@temkin.limu:

temkin limmuu📷📷🔦🇦🇪🇪🇹👈
temkin limmuu📷📷🔦🇦🇪🇪🇹👈
Open In TikTok:
Region: AE
Friday 23 October 2026 17:20:42 GMT
332690
32438
4120
4571

Music

Download

Comments

diroko4
Dirroo Pheenxicha 🇦🇪 :
Ani baqa nama fayyoo xuquu in jalladhu 🥺👊
2026-10-23 19:28:06
910
munaj88
5. G :
mee namni akka koo imimmaan qabachuu dadhabdan jirtu
2026-10-23 18:29:39
815
romee3606
ራአም ፣፣ ፊቅር :
Wly naamni akkako wojiin bosan laaki godha😭😭
2026-10-23 18:53:25
349
amiirnasiir.6
Amiir love 🎭🇬🇧 :
Yaa rabbi rakkina dubartii na garsiisin 😭
2026-10-23 20:54:00
317
jitu.biranu2
Jitu mucati lixa ❤️💚❤️ :
uf imiman qabachu dadhabe fon hadhako
2026-10-25 20:57:54
1
user9355373794918
inshahalla one day ❤️8 :
yaa rabbii attii nama keessa darbuu nu godhii[Crying][Crying][Crying][Crying][Crying]
2026-10-25 20:10:39
1
robduarsiishashee
Robdu shashee 🦁 :
Me namn akka kiyya bohtani uuuuffff wly 🥹🥹🥹🥹🥹🖤
2026-10-23 19:50:56
34
obsii931
obsii :
wayyoo nanii boyee dhuga hadhoo koo omamtii qalii tiyyaa obsii fayyoo dammaa too🤦🏻🤦🏻🤦🏻🤦🏻💋💋💋💋💋💋💋💋😘😘😘😘😘
2026-10-25 20:36:48
1
muzayyan246
Muzayyan :
ayi rakkinaa, Asili galata qabda
2026-10-25 20:04:09
1
dhugaasa424
dhugaasa424 :
waynee waynee
2026-10-25 04:00:12
0
seenaag1t
Seenaa 27❤️❤️💚💚 :
wayoo anis harmee koo manaa kiratii basaa jedhen halbee ofiraa egaa hojedhaa maratuu wajin jiradhaa wayoo uuuuuuuuuuuuffffff malifi video kun naraa dhufee malooo uuuuuuuuuuuuffffff namnii komenti koo argitan waqayyoon sii yaa eguu nanii jedhaa darbaa uuuuuuuuuuuuffffff 🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹
2026-10-23 23:10:38
43
kiiyyuumannaa
kiiyyuu mannaa 🇪🇹 vs 🇸🇦 :
Namnii akka koo bosan jirtuu😭😭😭😭😭😭😭😭
2026-10-23 19:22:11
67
user9135794921590
ነገን በተስፋ :
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ይች ህይወት ግን ለአንዱ ሜዳ ለአንዱ ደገት ናት 🥺🥺🥺🥺🥺
2026-10-23 21:09:31
41
dont.forget.your.p3
My passion 🥹🤦‍♀️ :
Animoo namummaa adhaa koo baayyeen jaaladhaa jedhuutuu naa gubaa Namni adhaa isaa jibbuu in jirayiii🥲🥲🥲🥲
2026-10-23 19:48:47
61
urjiishawaa04
urjii shawaa :
maloo warri jechaa bada waliin jetanii dhisaa maloo onnee meqaa cabsaa oltuu 💔💔
2026-10-23 18:41:34
133
aggaroo.king0
jimmitii 5G :
wly wojjin booye😭😭😭😭😭
2026-10-25 19:27:30
1
hayuni3620
Ĥịñdiāā.Fiikr❤️💞🤟 :
wly anii fulii koo naa badaa jiraa giizee malee dalgana dudaa naa kutaa jiraa yarabbii nafa wakalamii
2026-10-24 05:59:45
6
waadaa.123
Mr Gami :
dhugaadha ani family ishee sirrittan beeka, family isheef nama jiraattudha🥰🥰
2026-10-24 04:50:55
15
asefa123jesus1
Carraa dhiisi carraaqadhu🇦🇪! :
uuuff namni bakkee nama beeka madaa ofii waaqa qofatu beeka😭😭😭
2026-10-23 18:29:57
27
user3761845703436
user3761845703436ቲና :
አታልቅሽ የኔ ቆንጆ ያልፋል
2026-10-23 21:55:31
8
karmeellamaamad
Karmeella maamad :
uuuuufff ya rabbi anoo shamara rakkatee imiman bustu wahee hadhakoo woggasin. jettu anaa hadhu haadhako😭😭😭
2026-10-23 20:12:03
16
ofiibotuu0
ofiin bontu &m :
harmee koo akatii naa gudiftee😭😭😭😭😭😭😭😭😭 osoo isii hii dabarsii rabbii haa hii ajesinii 😭😭😭😭😭😭😭😭
2026-10-23 18:49:24
17
sifiitanani5
%sifaan ismaart arsii% :
uffi wajjin boyye iji na dhukkubbe amshir ❤️❤️❤️
2026-10-23 18:30:46
31
nutioromoodha1
Nimoo Intala Torban Oboo🇧🇫💪 :
Anaan Giiftii Koo 😭 Hundii keenya Duuba keenyaa Madaa Qabna Gubbaatti hin bahin malee😭😭
2026-10-24 08:24:07
7
nawwar.hasan34
Maark💕💓🌺 :
Wly nin boe😭
2026-10-23 18:24:38
9
To see more videos from user @temkin.limu, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About