@sadik.yishuf:

Sadik Yishuf
Sadik Yishuf
Open In TikTok:
Region: ET
Saturday 24 October 2026 19:56:56 GMT
305818
23563
2263
19774

Music

Download

Comments

sanyimoot6
@teshe ambo6 :
mee namichi kun waan sodaatee dhiiseef qaba warri jettan😭
2026-10-25 04:11:52
1519
biftu892
Biftu Birhanu :
Maatii isaa bulfachuuf jedheeti malee dadhabeeti miti dhiirri xiqqoo hin qabu jabaadha,garuu inni kun immoo fincaan fincaan ofirratti gadhiisuusaa hin ilaaliin garaa duwwaa mana maragaa oola taha rakkinatu fuula namaa nama dhaaba. ilmoon hiyyeessaa akkasuma[Teary eyed] waaqayyoon malee fira hin qabu inni ammoo guyyaa in fida abshir.
2026-10-24 22:03:25
676
open0_1
Attitude+wisdom :
Dubartii Wallaggaa kana maal goonu🥰🥰🥰🥰
2026-10-24 21:30:17
308
nasii430
Naso t gutu :
waan kaayyoon nama gootumoo🥲
2026-10-24 21:34:09
756
beekansar
beekan Sa Gulummaa :
Waan kayyoon ilmaa dhiira gootu moo💔
2026-10-24 23:16:32
478
zakeralove
ofiin.koortuu iluu 🤞🙅‍♂️ :
waanuma obsitef qabda obbolessaa koo
2026-10-24 21:31:01
750
birmoo12
Birmoo✝️🌳 :
Waan calliseef qaba 🥺
2026-10-25 04:10:40
203
jojovaniko
jojovaniko :
ere post hin godhamu, waan post goonu adda baasnee haa beeknu please
2026-10-24 22:38:47
66
abdif94ambo
Abdii amboo✝️ :
dhiiraa wallaggaa😂
2026-10-25 04:14:43
37
habibi_kiya
𝐇𝐚𝐛𝐢𝐛𝐢📚Psychology :
si sodaate miti jiraachudhaafi waan inni jiraachufitu jiraafi siif galee
2026-10-25 06:18:44
31
qabeenyaoromoo2
It's all for the good!!!!! :
shubbisuu ammakaa[Tears of joy][Tears of joy][Tears of joy][Tears of joy]
2026-10-25 10:38:49
0
balina.dawit.tarf
Belina D🐅🇮🇱✝️ :
Bro surree keenya nuuf baasi😁
2026-10-25 07:36:52
12
onedayjesusiscoming
Firii M🥰🥰 :
ani comment dubbisuu dhufee
2026-10-25 10:46:37
0
latii_oro
Lati 🌳 :
Rakkof obsa🥺
2026-10-24 22:06:29
23
gaddise.abdataa
GÃÃDĪ JÉẞÛÛẞ✝️ :
Dubarttima mana isheef 💪
2026-10-25 12:32:50
0
mulee.shawaa2
mulee shawaa :
waan barri tun nugoote hindubbanne maleee[Crying][Crying][Crying][Crying]
2026-10-25 10:56:39
0
waggee13
Waggaari🇦🇪 :
kaayyof lafa ta'uun dirqama ayi obsa dhiira
2026-10-25 09:08:44
7
eyasu7794
Eyasu :
sobdee 📸 man argitee Akkas godhattiim,,,,,rabbi dubartii akkasii nurraa qabi
2026-10-24 21:17:01
54
temeye84
Teme 🇪🇹 :
የተማመነችው ነገር አለ
2026-10-25 05:04:11
31
one.off63
oro wallaggaa :
kun dhiira mitii
2026-10-24 22:20:58
11
zuber9729
zuber :
kaayyoon waan nama hin goone hin qabdu😥😥
2026-10-25 09:38:36
6
ayantu.huruma
Koketi ❤🫶💋 :
wayoo obsi sodaa miti watuu afaan Isa qabesisee isasi hadhaa qabdu isheen hadhaa isaa arbsiti isaraa darbite wayinee gurraa itti fakkate ama isheeti dhugaa warri fayya qabdu jetani 💔💔💔💔💔
2026-10-24 21:39:01
25
biino.on
Biino on :
ayii rakkina dhiirumas nama dagachiisa ayii abshir guyyaan jira 😪😪😪
2026-10-25 03:06:24
21
habtamu.warku288
yomif warku🤝💝🤝 :
obsuun kee karoraaf qalii koo ayzoo💪💪 jabaa koo
2026-10-24 22:11:31
14
yosan.farniture
yosan farniture :
seerattii nuf haa dhihaattuu warrii jettaan
2026-10-25 05:45:34
31
To see more videos from user @sadik.yishuf, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About