@nuunnuu.ai: 🐺 Fataajedhi, nama biraa gaafadhu! 😂🔥 Deebii isaa dhiyoo keessatti argachuun kee hin hafuu! 👀💯 🔥: #NuunnuuAI #AfaanOromoo #OromoTikTok #HumanHyena #OromoComedy

Nuunnuu Ai
Nuunnuu Ai
Open In TikTok:
Region: ET
Sunday 25 October 2026 10:09:44 GMT
118357
13999
312
3665

Music

Download

Comments

nafiimahamad74
Nafii King 84 :
Nabiii rabiitii sal alln nabii[Heartwarming][Red heart][Heartwarming][Heartwarming][Red heart][Heartwarming][Red heart]
2026-10-26 23:53:47
0
caaliiarsii8
caalaa :
nabiyyi rabiiti Sallu aala nabi
2026-10-26 04:29:14
91
shambuoro
Shambu Ambo 🖤❤️🤍 :
Aduunyaan kun gaffi bayye qabdi nama deebisutu dhabaame malee
2026-10-26 05:28:34
38
shueybi25
𝗦𝗵𝘂𝗲𝘆𝗯𝗶 👳‍♀️🦁 :
𝐚𝐭𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐢 𝟏,Namni jalqaba “ani hin beeku” jedhe, waan inni hin beekne akkamitti beeke? 2, namni yeroo jalqabaatif mana kiraa gale eenyu? 3,namni yeroo jalqabaatif Yaade eenuy? Waan yaade san Yaada ta'uu hoo akkamitti beeke? 4,Namni jalqaba soba dubbate, waan inni dubbate soba ta'uu isaa eenyutu beeke? 5,Namni jalqaba hirriba keessa abjuu arge, waan inni arge abjuu ta'uu isaa akkamitti beeke?
2026-10-26 04:42:15
29
maadiishaaroobaa
beliven allah ❤️🤟🤘1500 :
deebiin salphaadha nabii muhaammad sallallahuu aleeyhii wasallam
2026-10-26 04:29:59
18
jirraajirtuu09
jirraa jirtuu :
nabi Muhammad sallaallaah Aleeyhii wassaalaam nagayafi raman isan ira ha jalatu wori rasula kenya jaalatan lahik godhi
2026-10-26 17:05:41
21
murtiishaasulxaan3
Murteessaa🤟Sulxaan💥💫 :
Salluu Ala Nabi
2026-10-26 10:47:35
31
11obsmama
(Liinaa&sabaa) :
Nuti hadiisaa ergamaa rabbi s.w.. kessa laali
2026-10-26 07:09:48
17
ebisajio
ebisa Jio :
waaqayyoo qofaa dhugaa
2026-10-27 06:47:49
1
obsa.750
@Obsa Ahmed :
💖💖deebin anabirs jira
2026-10-27 06:07:34
1
kamal.sultan07
Kamal sultan :
ganaa dhaa gaafii bayyeetuu jiraa amaayyuu
2026-10-26 09:46:02
3
arifabdoo
Arife 🦋 :
akamiti video hojadhaa
2026-10-26 13:12:46
2
tamisha399
shawwadii🫶🫶 koottu :
video akkasii akkamitti hojatama naafhimi♥️
2026-10-26 18:09:54
1
gedogedicho2
💎gedy 🛐 :
chatgbt nan jeqin nan jette gafadhe jennan😁
2026-10-25 19:14:46
7
user71391812273
yone :
paaarti itti annu
2026-10-26 09:34:34
2
mamekanku.sho5
Riisa🦅🦅🕊🦅💞💞 :
@beliven allah ❤️🤟🤘1500:deebiin salphaadha nabii muhaammad sallallahuu aleeyhii wasallam
2026-10-26 12:14:09
3
zakofkr1
Zako fkr🇦🇪📞🇺🇸 :
Qaamaa yaade kana
2026-10-25 20:15:48
4
hamzishaadadhii2
Hamzishaa dadhi👷🫶 :
saluu alan nadii
2026-10-26 20:28:19
1
yusuf.beshir
Yusuf beshir :
nabi muhammadikaa
2026-10-26 06:05:30
3
meseleapostolic1
mesele Apostolic :
Adunyaanuu hin bektuu
2026-10-26 13:11:23
2
user3528410847037
umar mucaa iluu❤💫☝👌🏃‍♂️🚵‍ :
dhiisiì. maloo
2026-10-25 19:07:26
2
kadiir.h.gashee
kaduu H Gashe :
nabii muhammaad
2026-10-26 03:19:36
3
user3258844879406
siraj hassen :
hojii rabbi senuu jalqabdani
2026-10-26 18:22:33
1
adnan44852
Obsa💫💪 :
Miletus kesa
2026-10-26 10:11:55
1
harune5697882376616
harune :
kkkk dh
2026-10-26 03:57:31
1
To see more videos from user @nuunnuu.ai, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About